Filannoo Ameerikaa Irratti Sagalee Kennuu Laalchisee Hirmaannan Dubartootaa Maal Fakkaata?

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Dubartoonni Ameerikaa filannoo pirezidaantii bara 2024 murteessuu keessatti gahee olaanaa qabaatan jedhameet eeggama. Oggoota dhiyoodhaa as lakkoofsi dubartoota filachuuf galmaahanii fi sagalee kennanii dabalee jira.