Seenaa Kaadhimamaa Prezidaantummaa Paartii Dimookiraatii, Kan Kaamilaa Haaris

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Seenaa Kaadhimamaa Prezidaantummaa Paartii Dimookiraatii, Kan Kaamilaa Haaris

Kutaalee Yunaaytid Isteetis,kanneen namoonni bakka adda addaa irraa dhufan keessa jiraatanii fi bilisa ta’an keessaa, tokko irraa kan dhufan kaadhimamtuun pirezidaantii Dimookiraatotaa Kamala Harris. seera kabachiistuu cimtuu ta’u fi haaromsituu gara fuulduraatti yaaddu ta’u gidduutti, daandii siyaasaa irra deemaa jiru.Kana ilaalchisee Maat Dabilii Oklaand, Kaalifoorniyaa irraa kan gabaasee Jaallanneetu dhiyeessa.