Prezidaant Baayiden Angoolaa keessatti Daawwannaa Gaggeessaa jiran

  • Jaallannee Gammadaa

Your browser doesn’t support HTML5

Prezidaant Baayiden Angoolaa keessatti Daawwannaa Gaggeessaa jiran

Prezidaantiin Yunaayitid Isteetis Joo Baayiden biyya Angoolaa keessatti daawwanaa taasisaa jiru. Daawwanaa isaanii kan ilaalchisee xiinxalaa akka nuuf kennan Dr. Ittaanaa Haabtee Yunivarsitii Maayaamii keessatti, barsiisaa fi qorataa seenaa Afrikaa Affeerre jira.

Jaallannee Gammadaatu tu haasoofsisee akkas jechuun jalqabuu Dr. Ittaanaan.