Qonnaan Bultoonni Yunaayitid Isteetis Imaammata Daldalaa Tiraamp Qaban Irraa Yaaddoo Akka Qaban Ibsan

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Qonnaan Bultoonni Yunaayitid Isteetis Imaammata Daldalaa Tiraamp Qaban Irraa Yaaddoo Akka Qaban Ibsan

Kan Prezidaantii Yunaayitid Isteetisiif Filatamaan Doonaald Traamp akka ministeera qonnaa hogganan namni isaan filatan, waa’ee imaammata daldalaa fi seeraa qotiinsaa irratti akka hubannoo qabatan qonnaan bultoonni US abdii qabu.

Dhimma kana irratti Kane Ferabaah-n gabaasa erge Befekaaduu Morodaatu dhiyeessa.