Paartiin Rippaabilikaaniirraa Nama Taayitaa Afaan Yaa’iif Dhihaate Danqaan Mudachuuf Jira  

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Paartiin Rippaabilikaaniirraa Nama Taayitaa Afaan Yaa’iif Dhihaate Danqaan Mudachuuf Jira

Yaa’iin Kongireesii Yuunaayitid Isteetis 119’ffaan Jimaata har’aa taa’aama. Ji’a darbe baajata mootummaa irratti erga falmii guddaa gaggeessaniin booda, paartiin warra Rippaabilikaanii Seneetii, mana maree bakka bu’ootaa fi Pireezidaantummaa irratti olaantummaa qabaachuurratti qormaatni isa mudate, jedha gabaasni Kaatiriin Jiipsan,Mitikkuu tu dhiheessa.