Bara 2024 Gaazzexeessota 100 Oltu Ajjeesame

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Bara 2024 Gaazzexeessota 100 Oltu Ajjeesame

Torbeewwan dhihoo dabran keessa Gaazaa fi Heeyitii keessatti ajjeechaan gaazexeessota irratti raawwatame balaawwan miidiyaalee mudatan kan hubachiisudha.

Xiinxaltoonni akka jedhanitti waraanni, tasgabbii dhabuu fi itti gaafatamummaa dhabuun bara hojjettoonni midiyaa heduminaan itti du’an kanaaf sababa yoo ta’u, bara 2024tti gaazexeessitoonni 100 ol ajjeefamaniiru.

Dhimma kan irratti gabaasa Jesikaa Jeeret Befekadutu dhiyeessa