Israa’el Dhukaasa Dhaabuun Booda To’annoo Nageenyaa Gaazaa To’achuu Akka Barbaaddu Gabaasame

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Israa’el Dhukaasa Dhaabuun Booda To’annoo Nageenyaa Gaazaa To’achuu Akka Barbaaddu Gabaasame

Waligaltee Israa’elii fi Hamaas giduutti taasifameen ammaa namoottan Hamaasiin butamanii fudhataman gadi lakkisamanutti waraannii Israa’el kutaa Gaazaa keesaa tura.

Dhimma kan irratti gabaasinii Liindaa Gradstaayin Jerusaalem irraa VOA dhaaf ergite itti anee dhihaata.