Prezidaant Joo Baayiden Aangoon Harka Dureeyyii Muraasaa Seene Jechuun Akeekkachiisan

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Prezidaant Joo Baayiden Aangoon Harka Dureeyyii Muraasaa Seene Jechuun Akeekkachiisan

Haasaa isaanii isa xumuraa Roobii kaleessa galagala kan taasisan Joo Baayiden aangoo siyaasaa fi qabeenyaa mootummaa qabachaa jiraachuun isaa bala qabeessa akka ta’e ibsanii jiru. Haasaa isaanii hirmaanna Siyaasaa waggoottan dheeraadhaaf keessa darbanii fi waggoottan Afur aangoo irraa turan kan ilaalateedha.