Awuliyaw-Muka Bal’inni Isaa Meetra 13, Hojjaan Immoo Meetra 40!

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Bosoona Uumamaa Annabee Godiina Walloo Kibbaa aanaa QaalIuu keessatti kan argamu yoo ta'u Umriin isaa wagga 800 kan jedhan jiru. Gosoota biqiltuu mukaa uumamaan biqiilan 20 ol of keessaa qaba. Qeerreensa, weennii Waraabeessa, Bosonuu fi kan Itoophiyaa qofa keessatti argamu, gogorrii sorannee jedhamtu bineensonni bosonaa fi simbirroonni biroon hedduunis achi keessa jiraatu. Kana malees madda biqiltoota qoricha aadaatiif faayidaa kan qabuu dha Bosoonni Anabee.

Gabaasa Masfiin Arraagee erge Jaallanneetu dhiyeessa.