Motummaan Yunaayitid Isteetis Godaantota  Hin Galmeeffamiin Jiranitti Fuuleffachuun  Akka Nageenyaaf Yaaddoo Ta’eetti Ilaalame

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Motummaan Yunaayitid Isteetis Godaantota  Hin Galmeeffamiin Jiranitti Fuuleffachuun  Akka Nageenyaaf Yaaddoo Ta’eetti Ilaalame

Angawaan waa’ee godaantoota seeraan ala seenan gara biyya dhaloota isaaniitti deebisuu ilaalchisee kan prezidaant Doonaald Tiraampiin muudaman Toom Hoomaan (TOM HOMAN) Dilbata kaleessaa akka jedhanitti, bulchiinsi jiru kun yeroo ammaa godaantota seeraa ala Amerikaa keessa jiran kanneen biyyattiif balaa nageenyaa ta’u jedhaman biyyaa ari’uu irratti qiyyaafatee jira. Gasbaasa guutuu Jalanetu dhiyeessa.