Mootummaan Tiraamp Biyyoonni Ameerikaa Kibbaa Laammiwwan Isaanii Seera Ala Yunaayitid Isteetis Keessa TuraniiAkka Simatan Akeekkachiise

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Torbaan darbe kana Pireezidaantiin Kolombiyaa fuula miidiyaa hawwaasaa Tiwuuterii irratti Pireezidaanti Doonaald Tiraamp waliin wal-dhabuurraa gara waraana daldalaatti deemee kan ture amma gara duubaatti deebi’eera. Waayit Haawuus biyyoonni Ameerikaa Kibbaa baqattoota seeraan ala Yuunaayitid Isteetisi seenanii turanii fi amma arii’aman akka fudhachuu qaban ergaa cimaan akeekkachiisee jira. Gabaasa Anittaa Paawol Mitikkuu Fiqaaduu dhiyyeessa.