Itiyoophiyaan Imaammata Sagantaa Fooyayaa'ina Dinagdee Argamsiisteen Haga Ammaatti Doolaara Biliyoona 1.5 Argatte, Jedhu Hooggantuun  IMF

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Itiyoophiyaan Imaammata Sagantaa Fooyayaa'ina Dinagdee Argamsiisteen Haga Ammaatti Doolaara Biliyoona 1.5 Argatte, Jedhu Hooggantuun  IMF

Daarikteerri ol aantuun dhaabbata Maallaqa Idil Addunyaa kan IMF Kiriistaalinaa Joorjiyeevaa Itiyoophiyatti daawwanaa sanbattan lamaan darban guyyoota lamaaf taasiisaa kan turan Itiyoophiyaan Imaammata sagantaa fooyya’insa diinagdee jalqabdeen maallaqni sharafa alaa gabaan akka murtaa’u taasiisuu erga jalqabdeen booda dhaabbaticha irraa walumaa galatti maallaqni doolaara Ameerikaa biiliyoona 3.4 liqii yeroo dheeraan kan eeyyamameef ta’uu ibsitee, ji’oota jalqabaa imaammaticha hojiirra olchiiteen jijjiiramoota argame hordofees hanga ammaatti maallaqni doolaara Ameerikaa Biiliyoona 1.5 tti siiqu kennameeraaf jetteetti.