Prezidaant Tiraamp Mootii Jordaan Waliin Yeroo Waayit Haawusitti Walga’anitti Dhimma Gaazaa Dhuunfachuu fi Jiraattota Gaazaa’rratti Dubbatan

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Prezidaant Tiraamp Mootii Jordaan Waliin Yeroo Waayit Haawusitti Walga’anitti Dhimma Gaazaa Dhuunfachuu fi Jiraattota Gaazaa’rratti Dubbatan

Prezidaant Doonaald Traamp yaada isaanii kan iyyoottan ollaa jiraatotaa Gaazaa haa fudhatan jedhuu fi Yuaayitid Isteetis Gaazaa dhuunfachuuf karoora qabdi, jedhan ilaalchisee Dilbata kaleessaa yemmuu mootii biyya Jordaan Abdulaahii 2ffaa wajjiin Waayit Haawusitti marii taasisan irraa deddebi’uun dubbataniiru.

Walgahiin hoogganoonni lamaan kaleessa taasisan kun yemmuu waligalteen dhukaasa dhaabuu Hamaasii fi Israa’el diigamuuf deema jedhamaa jirutti ture. Gabaasaa Patsy Widakuswara Bafiqaaduu tu dhiheessa.