Bulchiinsi Doonaald Tiraamp Sagantaalee Gargaarsa Alaa fi Hojiiwwan USAID’n Geggeessaman Akka Gamaaggamaa Jiru Ibse

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

TVPKG US FOREIGN AID CRITICS.mp4

Bulchiinsi Donaald Traamp gamaaggama sagantaalee gargaarsa biyya alaa fi hojii Dhabbata Misooma Sadarkaa Addunya Yunaayitid Isteetis kan USAID irratti gaggeessaan jira jedha. Qeeqxonni dhaabbatichaa jijjiirama akkamii akka fidanii fi yaada maalii akka dhiyeessan ilaalchisee Veroonikaa Balderaas Igleesiaas gabaasa ergite Tuujubee Horaatu tu dhiyeessa.