Boordiin Manneen-Barnootaa Kutaa Okilaahaamaa Haala Godaantummaa Barattootaa Akka Galmeessuu Fedhu Beeksise

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Boordiin Manneen-Barnootaa Kutaa Okilaahaamaa Haala Godaantummaa Barattootaa Akka Galmeessuu Fedhu Beeksise

Seera-tumtoonni kutaa Yunaayitid Isteetis, kutaa Okilahaamaa keessa jiran haala immigireeshinii barattootaa fi warra manneen barnootaa mootummaa keessatti argaman irratti odeeffannoo walitti qabuu jalqabuuf karoora baasaa jiru. Qajeelfama dhiyaaste yoo ta’u, angawoonni manneen barnootaa naannoo tokko tokko duraanuu hojiirra tole akka hin jenne dubbataniiru. Gabaasaa Iskaat Isternis, Tujubee tu dhiheessa.