Baatiin Guraandhalaa Baatii Seenaa Uummata Gurraachaa  Jedhamuun Sirna Adda Addaan Kabajamaa Jira

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Yunaayitid Isteetis keessatti Guraandhalii ji’a seenaan uummata Guraachaa itti kabajamu. Kabajaalee guutummaa biyyatti keessatiti taasifaman keessaa hiriirri magaala Loos Anjeles keessatti taasifamee fi sirni Masaraa Mootummaa Yunaaytid Isteets Waayit Haawus keessati qophaa’e amma tokko. Gabaasaa Jiiniyaa Daaloo Loos Anjeles irraa VOA dhaaf qopheessite Bafiqaaduu tu dhiheessa.