Aagituu Eda'oo dubartiin Oromoo xaaliyaanitti 'galaafatan' nama cimtuu jireenna ofii fi ummataa wayyeessuuf hojjachaa turte

Aagituu Eda'oo dubartii Oromoo ufii fi biyyaaf fkn taate Xaliyaanaatti harka namaatti lubbuu dhabde

Your browser doesn’t support HTML5

Aagituu Eda'oo dubartii jireenna ufii bira dabartee ka ummataa jijjiiruuf hojjachaa baate Xaliyaanatti galaafatan


Namoonni Aagituu beekan akka himanitti isiin "Dubartii cimuuf xiiqeeffattu, gara laafettii fi kan nama gargaaruu jaalattu" jedhan.

Aagituun bara 1988 akka lakkoofsa Itiyoophiyaa erga barnoota sadarkaa 2ffaa xumurtee booda gara biyya Xaaliyaaniitti gaodaanite.

Aagituun Mudde 23 2013 lubbuun isii erga darbeen booda, Reeffii isii Amajjii 4 biyya galuun gaafa Ammajjii 5, 2013 Magaalaa Finfinneetti awwaalan.