Jiraattonni Aanaa Gindabarat Hagi Tokko Humnota Mootummaan Hiraarfamaa jirra, Jedhu

Shawaa Lixaa, aanaa Gindabarat

Jiraattonni Godinaa Shawaa Lixaa, aanaa Gindabarat tokko tokko, humnoota naga-eegumsa mootummaatiin hiraarfamaa jirra, jechuun Sagalee Ameerikaatti dubbatan.

Waajjirri nageenyaa aanichaa komii jiraattonni kaasan kana ilaalchisee odeeffannoo hin qabu, ka jedhe yoo tahu, Biiroon Bulchiisaa fi Nageenyaa Oromiyaa immoo gama isaatiin rakkoo jiraattotni kaasaa jiran qulqulleeffachaa akka jiru Raadiyoo Sagalee Ameerikaaf ibse.

Your browser doesn’t support HTML5

Jiraattonni Aanaa Gindabarat Hagi Tokko Humnota Mootummaan Hiraarfamaa jirra, Jedhu