FINFINNEE —
Your browser doesn’t support HTML5
ABO fi KFOn Gamtaa Dhaabilee Siyaasaa Oromoo Cimsuuf Akka Hojjetaa Jiran Dubbatan
Humna dhaabilee siyaasaa Ormoo walitti cimsuu fi tokkummaan hojjachuuf socho’aa akka jiran Kongrasiin Federaalawa Oromoo fi Addi Bilisummaa Oromoo dubbatanii jiran.
ABO fi KFOn Gamtaa Dhaabilee Siyaasaa Oromoo Cimsuuf Akka Hojjetaa Jiran Dubbatan
Eebba wajjira Kongrasii Federaalawa Oromoo Sanbata darbe kana magaalaa Finfinneetti taasisame irratti haasawa dhageessisaniin hoogganoonni paartiilee lameenii kana dubbatan. Gabaasaa guutuu caqasaa.