ABO Qaama Cehumsaatii fi ABOn Tokkoomee 'Qabsoo Oromoo Ceesisuuf' Walti dabalaman

ABO Qaama Cehumsaa fi ABO Tokkoome Qabsoo Oromoo Ceesisuuf Tokko Tahan

Your browser doesn’t support HTML5

ABO Tokkoomee fi ABO Qaama Cehumsaa Tokko Tahanii Hoogganaallee Filatan

Paartileen tun lamaan duraan kopha kophaa jiraachaa bahan.Uummata Oromoo tokkomsuuf tumsaa fi waliin hojjachuun dhaabbilee Oromoo barbaachisaa jedhan hoggantoonni dhaabota Oromoo Kora-sabaa 4ffaa ABO QC fi ABO Tokkomee.

Ummani Oromoo yaroo murteessa keessa waan jiruuf qabsoo ummatichaa ceesisuuf walii tumsuu irra dabree akka dhaaba tokkootti socho’uun barbaachisaa dha jedhu, hoogganoonni kun. Gabaasaa guutuu caqasaa.