ABOn Waliigaltee Asmaraatti Tahe Hojiitti Hiikuuf Kutataa Tahuu Beeksise

Itti aanaa hayyu-duree ABO, Araarsoo Biqilaa

Your browser doesn’t support HTML5

ABOn Waltii galtee Eertiraattti mootummaan walii gale ittiin hojjachuuf qophii jira:ABO

Addi Bilisumaa Oromoo waliigaltee Asmaraatti mootummaa Itiyoophiyaa taasifame hojiitti hiikuuf kutannaa qabu ta’uu isaa beeksisee jira.

Itti-aanaa Hayyu-duree ABO Obbo Araarsoo Biqilaa gafiif deebii Raadiyoo Sagalee Ameerikaaf kennan keessatti akka dubbatanitti, Waraanni Bilisumaa Oromoo Leenjii fudhatee humna nageenya biyyaatti akka makamu taasisuuf, dabalataan humna waraana sana waliin akka mariin geggeessamuuf karoorfamee jira, jedhan.

Muktaar Jamaal tu Itti-aanaa Hayyu-duree ABO - Obbo Araarsoo Biqilaa waliin geggeessee guutummaa isaa caqasaa.