Ka Magaalaa Adaamaatti Argamu Wiirtuun Otiizimii Beeteel Daa’imman Gataman Fuudhee Guddisaa, Ijoollee Otiizimii Qabanis Gargaaraa Jira

  • Jaallannee Gammadaa

Your browser doesn’t support HTML5

Magaalaa Adaamaa keessatti kan argamuu wiirtuun Otiizimii Beeteel eega hundeefamee waggaa 16 yoo ta'u yeroo sana daa'imman gataman funaanee guddisaa ture. Waggaa sagalii as immoo, ijoollee haallii Ootiizim jedhamu isaan mudatee simatee warra isaanii biraa deddebi'anii tajaajiila adda addaa akka argataniif gargaaraa jira.Bu'ursituu fi Gaayreekteera wiirtuu kanaa kan ta'an Aaddee Gannat Niguusee Gurmuu Jaallanneen haasoofsiiftee jirti.