Addunyaan Joorji Filooyid du’aan yaadachaa akka itti ijjeesaniif ammoo hiriira momriitti jirti

  • VOA

APTOPIX America Protests Washington

Your browser doesn’t support HTML5

Addunyaan Joorji Filooyid du’aan yaadachaa akka itti ijjeesaniif ammoo hiriira momrii Amerika iratti bahuutti jirti

Joorji Filooyid nama gurraacha hidda dhalata Afrikaa Caamsaa 25,2020 USA godina MN keessatti harka poolsiitti irratti du’e.

Akkaatiin gurraachii Amerikaa harka poolisiitti du’uutti jiruu fi du’aa bahe addunyaa dallansiifte hiriiraaf karaatti baafate.

Gurraachii duraan garboomfatanii asiin dhufan ammallee hacuuccaa jalaa hin bane jedhanii falmuufiitti jiran.

Hiriira torbaan lamaan jalqaban US godina cufa keessattii fi biyya hedduu keesstti bahuutti jiran.

Gabaasa guutuu kana caqasaa.