Aaf-gaafii Atileet Qananiisaa Baqqalaa Wajjin

Your browser doesn’t support HTML5

Fiigicha fageenya dheeraatin milkaahina guuddaa argateera. Olompikii qofa yeroo sadi moohe. Atileet Qananiisaa Baqqalaa funduraaf karoorri isaa maali?

Dorgommii hoom dhaabuu yaada?

Ijoollee isaa keessaa karaa isaa warri qabate jiraa?

Atileetiksiin “dur hafe” moo ammallee abdiin jira?

“Ayizoosh Galatee” Miidiyaa Hawaasummaa irratti amma harraatti namoonni fayyadamuu laalchisee maal jedha?

Gaafiwwan Atileet Qananiisaa Baqqalaa gaafanne keessayi. Rriizoortii atileetiksii magaalaa Sulultaa keessatti atileetotni dargaggoota carraa bilisaan leenji'uu itti argatan laalchisees waan jedhe qaba. Itti dhihaadhaa.