Tamsa'ina Vaayrasii Koronaa To'achuuf Biyyoonni Afrikaa Qophii Gochaa Jiran

Hojjattoota fayyaa manarra deemanii qorannoo COVID19 geggeessan, Darbaan, Afrikaa Kibbaa

Cufamuu guyyaa 21 labsame keessa intal ijoollee alatti tabatan mana teechee halaalaa laaltu, Afrikaa Kibbaa

Hojjattoonnii fayyaa namoonnii ammam wal irraa siiquu akka qaban yeroo barsiisan, Afrikaa Kibbaa

Yunivarsitiiwwan Amboo fi Wallaggaa Waa’ee Dhukkuba Koronaa Uummata Dadammaqsuuf Bobba’an 

Buufata yeroo namoota karaa irra jiraataniif qophaahe, Keep Taawon

Itiyoophiyaa Keessaa kanneen Waaqa Kadhatan Koronaan Hammaatu Iyyuu Wal Ga’ii Gurguddaa Geggeessuu Dhaabuuf Tole Hin Jedhin Hafan

Paastariin Keeniyaa, Glaadyis Maloobaa namoonni akka walitti in qabamne ajejni darbus ayyaana paalm sandaayiitii mana ofitti namoota afeeranii kadhannaa geggeessaniiru, Naayroobii Keeniyaa

Nama waraqata beekisa waayee koronaatiif qophaaheen afaan qabatee deemu, Sowweetoo, Afrikaa Kibbaa

Tamsa'ina vaayrsii koronaa ittisuuf namoota geejibaa hawaasaa fayyadamaniif harka isanii akka qulqulleeffatan saanitaayzarii kennaa jiran, Kampaalaa, Ugaandaa

Vaayrsii koronaa ittisuuf mana ta'aa jedhamnaan namni manumaa ta'ee gadi laalaa jira, Afrikaa Kibbaa

Bakkawwan qorannan vaayrasii koronaa itti geggeeffaman keessaa tokoo, Finfinnee

Cufaatii guyyaa 21 labsamee keessa sareen damee poolisii K9 jedhamuu yeroo konkolataa sakata'u, Keep Taawon, Afrikaa Kibbaa

Waardiyyoonni Seenegal Meeshaan deeggarsa miliyeenerichi Chaayinaa Jaak Maa fi Alibaabaa Faawundeeshin gumaachan buufata xiyyaraa yeroo seenu eegumsa godhan, Seenegaal

Hojjattoota saanitayzarii harkaa oomishaa sakata'aa jiran. vayrasii koronaa ittisuuf jecha oomishni saanitayzarii dabaleera, Leegoos Naayjeeriyaa

Tola-ooltota Yeroo Muddamaatti Lammiif Birmatan 

Magaalaan Amboo Vaayirasii Koronaa Dursitee ittisuuf Qophiitti Jirti