FINFINNEE —
Artist Iteenash Girmaa dhibee fayyaa ishee mudateen baatiilee haga tokko eega yaalamaa turteen booda kalessa galgala Finffineetti du’aan boqatte. Sirni awwaalcha ishee har’a raaw’atamuunis beekamee jira.
Abbaa-warraa ishee Artiist Demmeree Leggesee fi artistoota Iteeneshiin dhiheenyatti beekan dubbisuun, Muktaar Jamaal, Finfinnee irraa nuuf gabaasee jira.
Guutummaa isaa caqasaa
Your browser doesn’t support HTML5
Artist Iteenash Girmaa Dhukkuba Waggoota Shanii Booda Du'an Boqatte