Guyyaa dhuma bara 2021 atileetonni Itiyoophiyaa magaalotaa biyya Ispeenii fi Itaalii keessaatti waldorgommii fiigicha daandii irratti taasifamee meetirii 5000iin rekoordii haaraadhaa wajjin injifannoo galmeessaniiru.
Your browser doesn’t support HTML5
Atileetonnii Itiyoophiyaa Rikoordii haaraa galmeesan