Ayyaana Iid Al Faxiir Irratti  Poolisiin Gaazii Imimmaansisu Dhukaase Mana-murtiitti Dhihaate   

  • VOA

FAAYILII - Ayyaana Iid Al Adahaa guyyaa harraa Finfinneetti

Ayyaana Iid Alfaxir magaalaa Finfinneetti barana kabajame jeeqan, jedhamuun namoota shakkaman qabuuf barbaadaa ka jiru tahuu Poolisiin beeksise.

Guyyaa Iidii sana aara gaazii imimmaansisu dhukaasutti ka shakkame miseensi poolisii tokko, har'a mana Murtii Jalqabaa Federaalaa, Dhaddacha 1ffaa Ramaddii Araadaatti kan dhiyaate yoo tahu, manni murtichaa poolisiif guyyaa qorannoo dabalataa 13 eyyamee jira.

Your browser doesn’t support HTML5

Ayyaana Iid Al Faxiir Irratti  Poolisiin Gaazii Imimmaansisu Dhukaase Mana-murtiitti Dhihaate