WAASHINGITAN, DIISII —
Ayyaanni dhaloota Yesuus ykn Christmas kanneen ayyaaneffatan biratti kabajamaa jira. Ayyaanni kun ennaa weerarri haaraan OMIKROON jedhamu hammaataa adeemetti kan kabajamu yoo ta’u mootummoonni ennaa wal ga’an namoonni akka of eegatan akeekachiisaa jiran.
Nutis ayyaana kana ilaalchisuun ergaa abbaa amanti fi ijoollee as Yunaaytid Isteetis keessaa dubbisnee jirra.
Your browser doesn’t support HTML5
Ayyaanni Dhalootaa ykn Gannii Kabajamaa Jira