Ayyyaanni Cuuphaa Bara Kana Guutummaa Itiyoophiyaatti  Sirna How’aadhaan Kabajame 

Your browser doesn’t support HTML5

Guyyaa ayyaana kanaatti sirnawwan amantii adda addaas geggeessamanii jiran. Paaatriyaarkiin Waldaa Kiristaanaa Ortodoksii Itiyoophiyaa, karaa Phaaphaasii bakka-bu’aa isaanii dhaamsa dabarsaniin, hundinuu yaalii gama nagaatiin taasisamu deggeruudhaan nageenya uummatichaaf hojjechuu akka qabu hubachiisan.

Gabsaatiin VOA Tsahaay Daamxoo, dhalattoota Itiyoophiyaa biyyoota alaa jiraatanii fi yeroo ayyaanaa kanatti Itiyoophiyaa daawwataa jiranis dubbistee jirti.

Gabaasaa guutuu caqasaa.