Ba’iin Filannoo Prezidaantummaa Yunaayitid Isteetis Hin Beekamin Jira 

  • VOA

Kaartaa bahii filannoo kutaalee agarsiisu

Kan yeroo ammaa aangoo irra jiran Ripaablikaantichi Doonaald Tramp waggoota arfan itti aananiif biyyattii hoogganuu itti fufuu ykn mormituun isaanii Dimokraatichi itti aanaa prezidaantiin duraanii Joo Baayideniin bakka buufamu isa jedhu murteessuuf uummati Ameerikaa ba’ii filannoo kutaalee filannoon cimaan keessatti geggeessame eegaa jiran.

Hanga yoonaa Tramps ta’e Baayiden sagalee gurmuu filattoota prezidaantii kutaalee USn bakka fuufamanii kan electoral college jedhamuu 538 keessaa kan barbaachisu sagalee 270 kan argate hin jiru.

Your browser doesn’t support HTML5

Ba’iin Filannoo Prezidaantummaa Yunaayitid Isteetis Hin Beekamin Jira