"Baallii" - Albamii Haaraa Artiist Galaanaa Gaaromsaatin 

Artiist Galaanaa Gaaromsaa

Albamiin walleelee Oromoo haaraan Artist Galaanaa Gaaromsaa hojjetamee bahe, kan ''Baallii" jedhamu Sanbata dhufu eebbifama. Sagantaa kana ilaalchisee Artist Galaanaan Finfinneetti midiyaaleef ibsa kennee jira.

Artistootni Oromoo sagantaa kana irratti argaman, “yeroo oggessi ogumaan seenaa, aadaa fi dudhaa ummatichaa ifatti baasu hawaasni immoo hamilee kenuufii qaba,” jedhu.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

"Baallii" - Albamii Haaraa Artiist Galaanaa Gaaromsaatin