Prezidaant Joo Baaydiin Walgahii Sadarkaa Addunyaa Gaggeessuuf Jiru

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Muddee 9 fi 10 prezidaant Joo Baaydiin walgahii gama marsariitii gaggeeffamu keessummeesuuf jiru. Kunis hogganoota addunyaa, hawaasa sivilii fi kaampaanileen dhunfaa abba irrummaa fi malaamaltummaa dura dhaabchuun mirga namoomaaf kabajaan jiru akka jajjabaatu gochuuf yaadameetu.

Addunyaa iddoo hedduutti Deemookraasiin duubatti sigiigaataa yeroo jiruu fi ejjennaa Amerikaan Demookraasiif qabdu gaaffii keessa yeroo jiruutti walgahiin kun gaggeeffamuuf deema.