AMBOO —
Jiraattotni Magaalota Amboofi Naqamtee tokko tokko “Bu’aan Filannoo Biyyaalessaa ibsamuudhaa booda akka mootummaan filatame negeenya tasgabbeessuufi carraa hojii mijeessuurratti hojjatu feena” jedhu, kaan ammoo “Mootummaan rakkoo siyaasaa biyyattii furuuf ammallee paartilee mormitootaa waliin mari’achuu qaba” jedhan.
Nageenya mirkaneessuuf tokkummaan uummataa barbaachisaa akka tahes dubbatan jiraattonni yaada kennan hagi tokko.
Your browser doesn’t support HTML5
Labsamuu Ba'ii Filannootii Booda Yaada Jiraattonni Amboo fi Naqamtee Hagi Tokko Kennan