WAASHINGITAN, DIISII —
Lollii itiyoophiaa keessatti deemaa jiru dhaabatee akka mariin karaa nagaa jalqabamuuf bakka bu’oonii mana maree yunaatid isteets gaafatanii jiran.
Waajirri mummicha ministeera Itiyoophiyaa gama isaan deebii kennee waliin qindeessinee jirra caqasaa.
Your browser doesn’t support HTML5
Bakka Bu’oonii Mana Maree Yunaatid Isteets Afur Itoophiyaa Keessatti Mariin Karaa Nagaa Akka Jalqabamuu Gaafatan