Tokkummaan mootummootaa fi prezidaant Baraak Obaamaan Finxaalessummaatti duuluu ilaalchisee marii geggeessan

Korri Tokkummaa mootummotaa 70ffaa kan New York keessatti gaggeeffamaa ture itti fufee jira. Mata duree irratti duddubatamee kessaa tokko hordooftoota amantii Islaamaa irratti duchaan maqaan kennamu leellistummaa fi hokkara jajjabeesuu dha jechuun hogganoonni adda addaa dubbatanii jiru.

AYSIL(ISIL) dargaggoota kakaasee akka hin fudhanne akkasumas humnas akka hin qabaanne gochuun barbaachisaa dha jedhu prezidaantiin Yunaaytiid Istees Baraak Obaamaan. Kana irrattis barreessaa dureen Tokk mootummotaa Baan Kii moon kan dubbatan qabu.

Your browser doesn’t support HTML5

Gabaasaa guutuu dhaga'aa