Beellamni Obbo Jawaar Mohammad'faa Guyyaa Biraatti Dabarfame 

Obbo Jawaar Mohammed (suuraa faayilii)

Har'a manni murtii walii galaa Federaalaa dhaddachI oliyyannoo obbo Jawaar Mahammad fi namoonni galmee isaanii irratti wamamaan mana hidhaa ta'anii pilaazimaadhaan akka falmii gaggeessan ajaje ture.

Tahus garuu, ajajni mana murtii himataamtota sana waan hin qaqqabiiniif yeroo biratti bellamame, jedhan abuukatota hidhamtoota keessa tokko kan ta'aan obbo Kedir Bullo.

Your browser doesn’t support HTML5

Beellamni Obbo Jawaar Mohammad'faa Guyyaa Biraatti Dabarfame