Biriteen Namoota Dahata Siyaa Gaafataan Ruwaandaa Keessa Akka Turan Ajajje

  • VOA

FAAYILII - Lamiiwwan Afrikaa godaansa irra jiran., LiibiyaaEbla 18. 2021

Briteen namoota dadhata siyaasaa gaafatan kanneen kumaan laka’aman maayilii kumaan laka’amu fageessuu dhaan dhimmi isaanii gamasitti akka ilaalamuuf gara Rwaandaatti ergitee jirti. Kuns koolu galtoonni kun yabala xixiqqoo dhaan gara Briteen kibbaatti akka hin ceene ugguruuf jecha jedhameera.

Your browser doesn’t support HTML5

Biriteen Namoota Dahata Siyaa Gaafataan Ruwaandaa Keessa Akka Turan Ajajje