Bishaan Lafa Jalaa Misoomsun Hanqina Ongeen Fideef Fala: Gabaasa Tokkummaa Mootummootaa

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Bishaan Lafa Jalaa Misoomsun Hanqina Ongeen Fideef Fala: Gabaasa Tokkummaa Mootummootaa

Keeniyaa keessatti jijjiirramni qilleensaa naannoo maddawwan bishaanii jiraattonni itti fayyadamaa turan dadhabsiisaa jira. Haalli qilleensaa yeroo isaa in eegne fi roobni dhabamaa dhufuun immoo hidhi nam-tolchee bishaan cimmisan akka goggogan sababa ta’eera. Gabaasni haaraan Tokkummaa Mootummootaatiin bahe, falli kana hundaa bishaan lafa jalaa misoomsuufii fayidaaf oolchuu akka ta’e gorsa. Gabaasa dhaabbata oduu AP irraa arganne Tigist Gameetu dhiheessa.