Bulchiinsi Naannoo Afaar fi Kan Somaalee Walii Galtee Tolfatan

  • VOA

Alaabaa naannoo Somaalee fi Affaar

Walitti bu’iinsa daagaa naannoo lameenii irraa dhaabuuf Prezidaantonni gama lameenii kan walii galena yoo ta’u kunis ministeerrii Nagaa walgahii gaggeesse irratti ture.

Namoota nagaa ajjeefaman irratti qorannaan gaggeeffamee kanneen itti gaafatamoo ta’an seera duratti akka dhiyaatan kan walii galan yoo ta’u jimaata darbee kaasee naannoo daangaatti walitti bu’iins gaggeeffamaa tureen namoonn 100 ta;an ajjeefamanii jiran