Caasaan Demookraasii Amerikaa Saaxilamaa Ta’u Prezidant Baaydiin Amananii Jiru

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Prezidaantiin Yunaaytid Isteetes Joo Baaydiin walgahii guyyaa lamaaf waa’ee Deemokraasii irratti dubbatuu fi ofiis gaggeessaa jiran irratti, caasaan Demookraasii qabdu saaxilamaa ta’u dubbatan.

Walgahii gama marsariitiin gaggeeffamuu fi hogganoota addunyaa, hawaasa sivilii, fi kanneen dhaabattoota dhunfaa irraa walitti qabaman kun,abbaa irrummaa fi malaamaltummaa faccisuun kabajamuu mirga namoomaa akka jajjabaatu dubbataa jiru.

Gabaasa Pastii Wida kus wara Waayit Haawuus irraa ergitee Nigusuutu dhiyeessa.