Cittoo Fi Mujalee maaltu Fida ?

  • Jaallannee Gammadaa

Uummatoonni sadarkaa jireenya hiyyumaa keessa jiraatan yeroo baayyeef dhukkuba adda addaaf kan saaxilaman ta’uun beekamaa dha.Hawaasni baadiyyaa jiraatu dhukkuba akka cittoo fi Mujaleen hubamuun bakki itti akka dhukkubaatti hin ilaalmnees ni jira.

Sababiin isaas dhukkuboonni kun hiyyuma waliin wal qabatanii dhufuu akka danda’an waan baratameef akkasumas, ogeessa bira dhaqanii wal’anamuuf humna isaa waan hin qabneef ta’uun beekama.

Dhukkuboota kana lameeniin otuu hin qabamniin dursanii ittisuun akka danda’amu kan nuuf ibsan Dr Taariikuu Waaqumaa Hospiitaala Ayiraa irraatti.

MP3 tuquun dhaggefadhaa