Jibuutii keessatti walitti bu'iinsi poolisii fi garee amantii hedduu fixee hedduu madeesse

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Paartiin mormituu Jibuutii Poolisiin biyyatti nama 19 nurraa fixxe jechuun himatte.Wal dhabii kun ummata nagaa 23 fi poolisii 50 madeesse jedhan.Mootummaan Jibuutti wal dhaba kana irratti nama torbatti lubbuu dahbe jedha