Daandii Iccitii Lafa Jalaa Godaantota Meeksiikoodhaa Yunaayitid Isteetisitti Ceesisu

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Erga dhiheenyaa kana karaan lafa jalaa Magaala Yunaayitid El Paasoo fi magaalaa Meeksikoo Hu’aareez giduutii icitiidhaan hojjatame argamee booda, aangawoonni Meeksikoo karaan lafa jalaa hanga ammaatti hin argamne yoo jiraateef jecha barbaachaa itti fufaniiru.Dhimma kana irratti gabaasa Veeroniikaa Villaafaanen qophaa’ee Sizaar Kontireraasiin dhihaate Bafqaaduu Morodaa qindeessee jira.