Deemsa Filannoo Itiyoophiyaa Irratti Yaada Hayyuu Seeraa

  • Jaallannee Gammadaa

Filannoo Itiyoophiyaa ta dhufuutiif paartilee siyaasaa hedduutu qophii irra jira.Paartiin dorgomuuf jiran eeyyma komishinii filannoo argachuuf hojjataa jiran.

Deemsi paartilee galmeessuu kun akkamitti deemuutti jiraa? wannii seeraan guutamuufii male maal? Ogeessa seeraa mana murtii federalaa fi Oromiyaatti nama heddduuf abukaatoo tahaa bahe obbo Ibsaa Gammadaan ibsa nuuf kennaniiru.

Your browser doesn’t support HTML5

Gaaffii fi deebii aukaatoo Ibsaa Gammadaa geggeessame aqasa