Dhaabni Gargaarsa Ameerikaa Dhaabbata Adaamaa Jiruuf Deggersa Gumaache

Dhaabbani gargaarsaa namoomaa Ameerikaa kaabatti hundeeffamme fi Manguddota gargaaru, kan "Distant Relatives" jedhamu, dhaabbata biyya keessaa Admaaa maadheffate, kan "Felege Haragawiyan" jedhamuuf degarsa meshaalee adda addaa gumaachee jria. Bulchinsi Magaala Adaamaas deegersicha galaffeetee, tumsa gama isaa akka godhus waadaa galee jira.