Dhalattoonni Itiyoophiyaa Ala Jiraatan App.,Fayyadamanii Vaayirasii Koronaa Tolchuun Biyya Gargaaruutti Jiru

  • VOA

In this Thursday, May 7, 2020 photo, an Indian man uses Aarogya Setu app on his mobile phone in New Delhi, India. (AP Photo/Altaf Qadri)

Your browser doesn’t support HTML5

Qarooma teknooloojiin fide App fayyadamii COVID-19 ittifachuuf faluutti jiran


Itiyoophiyaa keessatti Appiiwwan bilbila harkaa yokaan Mobaayilii, Koovid 19 of irraa faccisuu irratti hojjetoota gargaarsa fayyaa fi uummata waliigalaa gargaaruutti jiran.

Itoophiyaatti nama 16 calaatti COVI-19n lubbuu dhabe.

Kanneen qabaman immoo 1,100. Ogeeyyiin marsaa interneetii tolchan Appiiwwan adda addaa kanneen daddarbaa vaayirasichaa hodofuu gargaaranii fi akka hojjetoonni fayyaa odeeffannoolee dhukkubsatootaa waliif qoodan gargaaran tolchaa jiran.

Appiiwwan kun magaalaalee keessa babal’ataniyyuu, baadiyyaalee fagoo dhaqqabsiisuun garuu ammallee rakkoo tahaa jira. Gabaasaa guutuu caqasaa.