Dhibeen Aleerjii Jedhamu Maalii?

  • Jaalannee Gammadaa

Your browser doesn’t support HTML5

Dhibeen Aleerjii Jedhamu Maalii?

Baatii ilillii ykn Abaaboon daraaruu keessa namoonni hedduun haxxiffuu, qufaa fi afuura baafachuu rakkatu.Haakimonni immo dhibee akkasii sizinaal Aleerjii (seasonal Allergy) jechuun waamu.

Aleerjiin gosa biraa immo awwaara ykn dhukkee, Adurree, nyaataa fi dawaalee irraa kan dhufan jiru.

Rakkoo kana irratti ibsa kan nu kennan Dr. Abdraahman Ibraahiim Minisootaa kan jiru klinikii Aksis (Axis) jedhamu irraa ti.