Dhimma Fooyyessama Heera Itiyoophiyaa Hayyoonni Seeraa Akkamitti Ilaalu? 

Jijjiiramni siyaasaa Itiyoophiyaa keessati akka dhufuuf mormii yeroo adda addaatti ka’aa ture keessatti namoonni garii heerri biyyattii hojiirra haa oolu ka jedhan yoo tahu kaan ammoo rakkoon siyaasaa fi diinagdee Itiyoophiyaa heera biyyattiiti jechaa jiru.

Haala qabatamaa amma Itiyoophiyaa keessatti mul’atuun fooyya’insi heeraa maal tu tahuu qaba ka jedhuu fi dhimmota biroo irratti gabaasaan keenya Mitikkuu Fiqaaduu hayyoota seeraa lama Yunivarsitii Finfinnee fi Yunivarsitii Wallagga irraa dubbisuun qophii qindeesse caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Dhimma Fooyyessama Heera Itiyoophiyaa Hayyoonni Seeraa Akkamitti Ilaalu?