Dhukkuba Sombaa Itiyoophiyaa Keessaa

  • Jaallannee Gammadaa

Addunyaa irratti Guyyaan Dhibee Sombaa barana si'a 39ffaaf kan yaadatamee oole yoo ta'u Itiyoophiyaa keessatti yeroo 24ffaaf kaleessa jechuun Bitooteessa 24 bara 2021 yaadatamee jira.

Ministeera Fayyaa Itiyoophiyaatti De'etaa Ministeeraa kan ta'an Dr. Darajjee Dhugumaa guyyaan kun akkamitti akka yaadatamee fi haala dhukkuba Sombaa ilaalchisuun ibsa nuuf kennanii jiru.

Gabaasa Guutuu Caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Dhukkuba Sombaa Itiyoophiyaa Keessaa